-
1 Saamuʼel 26:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti Abishaay Daawitiin, “Harʼa Waaqayyo diina kee harka keetti dabarsee kenneera.+ Maaloo, ani amma siʼuma tokkon eeboodhaan lafatti isa maxxansa; lammata irra deebiʼuunis na hin barbaachisu” jedhe. 9 Daawit garuu Abishaayiin, “Ati isa hin miidhin; ofii, namni isa Yihowaan dibe+ irratti harka isaa kaasee, yakka irraa walaba taʼuu dandaʼu jiraa?”+ jedhe.
-