LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, tajaajilaan kee saba keetiif murtii kennuu, akkasumas wanta gaarii taʼee fi wanta hamaa taʼe gargar baasee beekuu akka dandaʼuuf,+ garaa ajajamu isaaf kenni;+ taʼuu baannaan, saba kee isa baayʼee hedduu* taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”

  • Faarfannaa 94:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Inni sabootaaf sirreeffama kennu, adabuu hin dandaʼuu?+

      Sabootaaf beekumsa kan kennu isa dha!+

  • Daaniʼel 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Inni yeroo fi waqtii ni jijjiira,+

      Mootota iddoo isaaniitii ni kaasa, ni muudas,+

      Ogeeyyiidhaaf ogummaa, warra hubannaa qabaniifis beekumsa ni kenna.+

  • Filiphisiyus 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Jaalalli keessan beekumsa sirrii+ fi hubannaa guutuudhaan+ caalaatti guddachaa akka deemu+ kadhachuu koo ittan fufa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi