-
Daaniʼel 9:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaa Waaqa koo, gurra kee as qabiitii dhagaʼi! Ija kees baniitii badiisa magaalaa keenya ishii maqaa keetiin waamamte irra gaʼe ilaali; sababiin isaas, nuti si kadhachaa kan jirru gocha qajeelummaa keenyaan utuu hin taʼin, gara laafina kee isa guddaadhaan kan kaʼe dha.+
-