Keessa Deebii 33:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+ Isaayyaas 48:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Yihowaan inni si furu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:+ “Ani Waaqa kee YihowaaIsa wanta si fayyadu* si barsiisu,+Karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.+
10 Isaan heerawwan kee Yaaqoobiin,+Seera kees Israaʼeliin haa barsiisan.+ Urgaan isaa kan gammachiisu godhanii ixaana siif* haa dhiheessan,+Aarsaa guutummaatti dhihaatus iddoo aarsaa kee irratti haa dhiheessan.+
17 Yihowaan inni si furu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha:+ “Ani Waaqa kee YihowaaIsa wanta si fayyadu* si barsiisu,+Karaa irra deemuu qabdu irras si geggeessu dha.+