Baʼuu 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe, Faarfannaa 119:160 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu. Yohaannis 17:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Dhugichaan isaan qulqulleessi;*+ dubbiin kee dhugaa dha.+
6 Yihowaanis akkana jedhee labsaa isa dura darbe: “Yihowaa, Yihowaa Waaqa araara qabeessaa+ fi gara laafessa*+ taʼe, aariidhaaf suuta kan jedhu,+ jaalalli isaa inni amanamaanii+ fi dhugaan*+ isaa baayʼee kan taʼe,
160 Buʼuurri dubbii keetii dhugaa dha,+Murtiiwwan kee warri qajeeloon hundi bara baraaf jabaatanii dhaabbatu.