LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 29:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mana Waaqa kootiif jaalala waanan qabuuf,+ wantan mana qulqulluu kanaaf qopheesse hunda malees, warqii fi meetii isa qabeenya dhuunfaa+ koo taʼe mana Waaqa kootiitiif nan kenna;

  • Faarfannaa 26:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa Yihowaa, mana ati keessa jiraattu,

      Bakka ulfinni kee jirus nan jaalladha.+

  • Faarfannaa 69:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Hinaaffaan ani mana keetiif qabu na gube,+

      Arrabsoon warra si arrabsanii ana irras ni gaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi