Faarfannaa 86:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii hin jiru,+Hojiin kan akka hojii keetiis hin jiru.+ Isaayyaas 45:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru. Ana malee Waaqni hin jiru.+ Ati na beekuu baattus sin jabeessa;*
8 Yaa Yihowaa, waaqolii gidduudhaa kan akka keetii hin jiru,+Hojiin kan akka hojii keetiis hin jiru.+
5 Ani Yihowaa dha, ana malee kan biraan hin jiru. Ana malee Waaqni hin jiru.+ Ati na beekuu baattus sin jabeessa;*