LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 13:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, Abraam Looxiin+ akkana jedhe: “Nuti obbolaa waan taaneef, maaloo, anaa fi si gidduutti, tiksitoota koo fi tiksitoota kee gidduuttis walitti buʼiinsi uumamuu hin qabu.

  • Yohaannis 13:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Jaalala yoo waliif qabaattan, namoonni hundi akka isin barattoota koo taatan kanaan ni beeku.”+

  • Qolosaayis 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Wantoota kana hundumaa malees, jaalala uffadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha.+

  • Ibroota 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Jaalala obbolummaa argisiisuu keessan itti fufaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi