LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Innis akkana jedhe: “Isin namoonni Yihudaa hundi, isin jiraattonni Yerusaalemii fi Yoshaafaax Mootichis dhagaʼaa! Yihowaan akkana isiniin jedha, ‘Lolli kun kan Waaqayyoo ti malee kan keessan waan hin taaneef, sababii namoota hedduu kanaatiin hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa.+

  • 2 Seenaa Baraa 32:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Onnadhaa, cimaas. Warra isaa wajjin jiran irra warri nuu wajjin jiran waan caalaniif,+ mootii Asoorii fi namoota hedduu isaa wajjin jiran hundumaatiin kan kaʼe hin sodaatinaa yookiin hin jeeqaminaa.+

  • Faarfannaa 3:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Kumaatama kudhan, warra kallattii hundumaatiin tarree galanii na irratti kaʼan,

      Hin sodaadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi