Baʼuu 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+ Faarfannaa 77:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Sagaleen kakawwee+ kee akka geengoo gaarii fardaa ti;Balaqqeessi bakakkaa guutummaa lafaa* ibsa;+Lafti ni raafamte, ni kirkirtes.+
18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+
18 Sagaleen kakawwee+ kee akka geengoo gaarii fardaa ti;Balaqqeessi bakakkaa guutummaa lafaa* ibsa;+Lafti ni raafamte, ni kirkirtes.+