LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 15:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.

  • 2 Saamuʼel 17:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ahitoofel gorsi isaa fudhatama akka dhabe yommuu argu, harree isaa feʼatee gara mana isaa isa magaalaa inni keessa jiraatu keessatti argamuu dhaqe.+ Maatii isaatiif qajeelfama erga kennee+ boodas of fannise.*+ Inni akka kanaan ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbootii isaattis ni awwaalame.

  • Faarfannaa 7:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isa hammina ulfaaʼe ilaali;

      Inni rakkina garaatti baata, sobas ni dhala.+

      15 Inni gad fageessee boolla ni qota,

      Taʼus boolluma qote keessatti ni kufa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi