2 Saamuʼel 22:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqni koo qarsaa+ koo isan koolu itti galu dha;Inni gaachana+ koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Inni iddoo ani itti baqadhuu+ fi fayyisaa koo ti;+ jeequmsa irraa kan na oolchus si’i. Faarfannaa 18:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+
3 Waaqni koo qarsaa+ koo isan koolu itti galu dha;Inni gaachana+ koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+Inni iddoo ani itti baqadhuu+ fi fayyisaa koo ti;+ jeequmsa irraa kan na oolchus si’i.
2 Yihowaan kattaa koo, dahoo koo fi isa na oolchu dha.+ Waaqni koo, qarsaa koo+ isan kooluu itti galu dha;Inni gaachana koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha.+