Baʼuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+ 2 Saamuʼel 22:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Daawitis guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa jalaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti,+ jechoota faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfate.+
15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+
22 Daawitis guyyaa Yihowaan harka diinota isaa hundumaa jalaa fi harka Saaʼol jalaa isa oolchetti,+ jechoota faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfate.+