Iyyoob 28:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+ Fakkeenya 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+ Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+ Fakkeenya 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+
28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+
13 Yihowaa sodaachuun, wanta hamaa jibbuu dha.+ Of tuulummaa, boonuu,+ daandii hamaa fi dubbii jalʼaa nan jibba.+