LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Namni gaariin wanta gaarii kuufate keessaa wantoota gaggaarii gad baasa; namni hamaanis wanta hamaa kuufate keessaa wanta hamaa gad baasa.+

  • Efesoon 4:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Dubbii tortoraan afaan keessan keessaa hin baʼin;+ kanaa mannaa, warri dhagaʼan faayidaa akka argataniif+ akkuma barbaachisummaa isaatti dubbii gaarii ijaaruuf gargaaru dubbadhaa.

  • Qolosaayis 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Nama hundumaatiif akkamitti deebii kennuu akka qabdan akka beektaniif, dubbiin keessan yeroo hunda gurratti kan toluu fi soogiddaan kan miʼeeffame haa taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi