1 Seenaa Baraa 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Samiin haa gammadu; laftis haa ililchitu;+‘Yihowaan Mootii taʼeera!’ jedhaatii saboota gidduutti labsaa.+ Faarfannaa 96:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Akkana jedhaatii saboota gidduutti labsaa: “Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti* jabaattee hundeeffamteetti, iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu. Inni sabootaaf karaa sirrii taʼeen murtii kenna.”*+ Faarfannaa 97:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti haa gammaddu.+ Odolawwan hedduun haa ililchan.+ Mulʼata 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+
31 Samiin haa gammadu; laftis haa ililchitu;+‘Yihowaan Mootii taʼeera!’ jedhaatii saboota gidduutti labsaa.+
10 Akkana jedhaatii saboota gidduutti labsaa: “Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti* jabaattee hundeeffamteetti, iddoo ishiitii sochoʼuu* hin dandeessu. Inni sabootaaf karaa sirrii taʼeen murtii kenna.”*+
6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+