LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 33:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Gara boollaatti* akka gad hin buune inni lubbuu* koo oolcheera,+

      Jireenyi koos ifa ni arga.’

  • Faarfannaa 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu.+

      Inni siif amanamaa taʼes boolla akka argu* hin heyyamtu.+

  • Faarfannaa 30:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Yaa Yihowaa, ati Awwaala* keessaa na* baasteetta.+

      Lubbuudhaan na jiraachisteetta; boollatti* lixuu irraas na oolchiteetta.+

  • Faarfannaa 86:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sababiin isaas, jaalalli amanamaan ati natti argisiiste guddaa dha,

      Lubbuu koos Awwaala* gad fagoo irraa oolchiteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi