LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 11:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Warri garaan isaanii jalʼaa taʼe Yihowaa duratti jibbisiisoo dha,+

      Warri karaa isaanii irratti balleessaa hin qabne garuu isa ni gammachiisu.+

  • Zakkaariyaas 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Garaa keessan keessatti hammina wal irratti hin yaadinaa;+ kakaa sobaa akkamii iyyuu hin jaallatinaa;+ sababiin isaas, ani wantoota kana hundumaa nan jibba’+ jedha Yihowaan.”

  • Miilkiyaas 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, ani wal hiikuu nan jibba”*+ jedha Yihowaan Waaqni Israaʼel; “nama jalʼinaan uffata isaa faalus* nan jibba” jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa. “Hafuura keessan eeggadhaa; gantummaas hin raawwatinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi