-
Qolosaayis 1:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne+ sanaa fi angafa uumama hundumaa ti;+ 16 sababiin isaas, wantoonni samii keessa jiranii fi lafa irra jiran kaan hundi, wantoonni mulʼatanii fi wantoonni hin mulʼanne,+ teessoowwanis taʼan gooftummaan, mootummoonnis taʼan aangoon hundi karaa isaa uumaman. Wantoonni kaan hundi karaa isaa+ fi isaaf uumaman.
-