Isaayyaas 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama. Yohaannis 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+ Filiphisiyus 2:5, 6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Ilaalcha Kiristoos Yesuus qabu kana qabaadhaa;+ 6 inni bifa Waaqayyootiin jiraachaa kan ture taʼus,+ Waaqayyoo wajjin qixxee taʼuuf yaaluu yaanni jedhu gara sammuu isaatti illee hin dhufne.+
6 Mucaan nuuf dhalateera,+Ilmi nuuf kennameera;Bulchiinsi* gateettii isaa irra ni taʼa.+ Maqaan isaas, Gorsaa Dinqii,+ Waaqa Jabaa,+ Abbaa Bara Baraa, Bulchaa Nagaa jedhama.
18 Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru;+ ilma tokkicha isa waaqa taʼee+ fi Abbaa cinaa* jiru+ sanatu waaʼee isaa nuu ibse.+
5 Ilaalcha Kiristoos Yesuus qabu kana qabaadhaa;+ 6 inni bifa Waaqayyootiin jiraachaa kan ture taʼus,+ Waaqayyoo wajjin qixxee taʼuuf yaaluu yaanni jedhu gara sammuu isaatti illee hin dhufne.+