Faarfannaa 141:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa. Mulʼata 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “‘Ani warran jaalladhu hunda nan ifadha, nan adabas.+ Kanaafuu, hinaaffaa qabaadhu, yaada kees geddaradhu.+
5 Kun gocha jaalala amanamaa argisiisu waan taʼeef, namni qajeelaan na haa rukutu;+Kun akkuma zayitii mataa koo irratti dhangalaʼuu waan taʼeef, inni na haa adabu,+Mataan koos kana matumaa hin didu.+ Yeroo rakkinni isaan irra gaʼetti illee kadhannaa dhiheessuu koo ittan fufa.
19 “‘Ani warran jaalladhu hunda nan ifadha, nan adabas.+ Kanaafuu, hinaaffaa qabaadhu, yaada kees geddaradhu.+