LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 2:22-25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Yeroo kanatti Eeliin baayʼee dulloomee ture; inni wanta ilmaan isaa Israaʼelota hundumaa irratti raawwachaa jiran hunda,+ akkasumas dubartoota karra dunkaana walgaʼii duratti tajaajilanii wajjin akka ciisan+ dhagaʼee ture. 23 Inni akkana isaaniin jedha ture: “Wanta akkanaa maaliif raawwattu? Wanti ani waaʼee keessan namoota hundumaa irraa dhagaʼaa jiru kun gaarii miti. 24 Dhiisaa yaa ijoollee koo, oduun saba Yihowaa gidduutti odeeffamaa jiruu fi ani dhagaʼu kun gaarii miti. 25 Namni tokko nama isa kan biraa irratti cubbuu yoo hojjete, namni kan biraan Yihowaa isaaf kadhachuu dandaʼa;* namni tokko Yihowaa irratti cubbuu yoo hojjete+ garuu, eenyutu isaaf kadhachuu dandaʼa?” Taʼus, Yihowaan isaan ajjeesuu waan barbaadeef, isaan abbaa isaanii dhagaʼuu didan.+

  • Fakkeenya 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Namni nama qoostuu taʼeef sirreeffama kennu salphina ofitti waama,+

      Namni nama hamaadhaaf sirreeffama kennu hundis of miidha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi