LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 8:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni garuu akkana isaaniin jedhe: “Wanta isin gootanii wajjin yeroo wal bira qabamu ani maalan raawwadhe? Qaarmiin Efreem+ oomisha wayinii Abiʼezer+ irra hin wayyuu? 3 Waaqayyo bulchitoota Miidiyaan kan taʼan Oreebii fi Zeʼeebiin+ dabarsee kan kenne harka keessanitti dha; maarree, wanta isin gootanii wajjin yeroo wal bira qabamu ani maalan raawwadhe?” Yommuu inni karaa kanaan* dubbatus isaan ni tasgabbaaʼan.*

  • 1 Saamuʼel 25:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Yeroo kanatti Daawit Abigaayiliin akkana jedhe: “Yihowaan Waaqni Israaʼel inni harʼa ati akka na argattu si erge haa jajamu! 33 Hubannaan kees haa eebbifamu! Harʼa dhiiga dhangalaasuudhaan akkan itti hin gaafatamnee+ fi harka kootiin haaloo akkan hin baane* waan na eegdeef atis eebbifami.

  • Fakkeenya 25:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Obsuudhaan ajajaan waraanaa ni moʼama,

      Arrabni laafaanis* lafee cabsuu dandaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi