LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:7-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ammas yaa Waaqa koo Yihowaa, ani mucaa xinnaa fi muuxannoo kan hin qabne*+ yoon taʼe illee, ana tajaajilaa kee bakka abbaa koo Daawit mootii gooteetta. 8 Tajaajilaan kee saba ati filatte,+ saba hedduu baayʼina isaatiin kan kaʼe lakkaaʼamuu hin dandeenye gidduutti argama. 9 Kanaafuu, tajaajilaan kee saba keetiif murtii kennuu, akkasumas wanta gaarii taʼee fi wanta hamaa taʼe gargar baasee beekuu akka dandaʼuuf,+ garaa ajajamu isaaf kenni;+ taʼuu baannaan, saba kee isa baayʼee hedduu* taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”

  • Fakkeenya 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Nama ogeessa barsiisi, innis caalaatti ogeessa taʼa.+

      Nama qajeelaa barsiisi, innis beekumsa dabalataa ni argata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi