LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 37:25, 26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,

      Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+

      Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+

      26 Inni yeroo hundumaa fedhiidhaan liqeessa,+

      Ijoolleen isaas eebba argatu.

  • Faarfannaa 112:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Inni balʼinaan* raabseera; hiyyeeyyiidhaafis kenneera.+

      צ [Tsadee]

      Qajeelummaan isaa bara baraaf itti fufa.+

      ק [Qoof]

      Jabinni* isaa ulfinaan ol ni kaafama.

  • Luqaas 6:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Nama si kadhatu hundumaaf kenni;+ nama qabeenya kee si jalaa fudhatus akka siif deebisu hin gaafatin.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi