Fakkeenya 13:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+ Fakkeenya 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo abdiin jirutti ilma kee adabi,+Duʼa isaatiifis itti gaafatamaa hin taʼin.*+
24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+