Fakkeenya 13:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+ Fakkeenya 22:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daaʼima* karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;+Innis yeroo dulloomutti illee isa irraa hin goru.+ Fakkeenya 22:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Gowwummaan garaa daaʼimaa* keessatti hidhamee jira,+Uleen adabaa garuu isa irraa ni fageessa.+
24 Namni ilma isaa uleedhaan rukutuu* irraa of qusatu isa ni jibba,+Namni ilma isaa jaallatu garuu dhimmee* isa adaba.+