LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dubbiin ani harʼa si ajaju kun garaa kee keessa haa taaʼu; 7 isaaniinis garaa ijoollee keetii keessatti boci;*+ yommuu mana kee keessa teessu, yommuu karaa irra deemtu, yommuu ciistuu fi yommuu kaatu waaʼee isaanii dubbadhu.+

  • Fakkeenya 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo abdiin jirutti ilma kee adabi,+

      Duʼa isaatiifis itti gaafatamaa hin taʼin.*+

  • Fakkeenya 22:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Gowwummaan garaa daaʼimaa* keessatti hidhamee jira,+

      Uleen adabaa garuu isa irraa ni fageessa.+

  • Efesoon 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Isin abbootiin, ijoollee keessan hin aarsinaa;+ kanaa mannaa, adabaa+ fi gorsa* Yihowaatiin*+ isaan guddisaa.

  • Ibroota 12:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yihowaan* warra jaallatu ni adaba, nama akka ilma isaatti fudhatu hundas ni garafa.”*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi