Baʼuu 22:22, 23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+ 23 Ati yoo isa cunqursitee fi innis gara kootti yoo iyye, ani dhugumaan iyya isaa nan dhagaʼa;+ Faarfannaa 10:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Taʼus ati rakkinaa fi dhiphina ni argita. Ilaaltees furmaata ni kennita.+ Inni nama gaddisiisu gara keetti garagala;+Ati mucaa abbaa hin qabne* ni gargaarta.+
22 “Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne* kam iyyuu hin cunqursinaa.+ 23 Ati yoo isa cunqursitee fi innis gara kootti yoo iyye, ani dhugumaan iyya isaa nan dhagaʼa;+
14 Taʼus ati rakkinaa fi dhiphina ni argita. Ilaaltees furmaata ni kennita.+ Inni nama gaddisiisu gara keetti garagala;+Ati mucaa abbaa hin qabne* ni gargaarta.+