Fakkeenya 6:12-14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Namni gatii hin qabnee fi hamaa taʼe, dubbii jalʼaa dubbachaa asii fi achi deema;+13 Inni ija isaatiin dubbata,+ miila isaatiin mallattoo argisiisa, quba isaas namatti qaba. 14 Garaa jalʼaadhaan,Yeroo hundumaa hammina yaada,+ wal morkiis ni babalʼisa.+
12 Namni gatii hin qabnee fi hamaa taʼe, dubbii jalʼaa dubbachaa asii fi achi deema;+13 Inni ija isaatiin dubbata,+ miila isaatiin mallattoo argisiisa, quba isaas namatti qaba. 14 Garaa jalʼaadhaan,Yeroo hundumaa hammina yaada,+ wal morkiis ni babalʼisa.+