Faarfannaa 73:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati dhugumaan lafa mucucaatu irra isaan dhaabbachiista.+ Kufanii akka badanis ni goota.+ Faarfannaa 73:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu. Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+ Fakkeenya 10:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaadannoon* nama qajeelaa eebba argamsiisa,+Maqaan nama hamaa garuu tortoree bada.+
27 Dhugumaan, warri si irraa fagaatan ni badu. Atis nama addaggummaadhaan* si dhiisu kam iyyuu ni balleessita.*+