LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+

  • 1 Mootota 21:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkana jedhiitii isatti himi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Ati nama ajjeestee+ qabeenya isaa fudhatte+ mitii?”’ Achiis akkana isaan jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Saroonni bakkuma dhiiga Naabot arraabanitti dhiiga kees ni arraabu.”’”+

  • Maatewos 27:3-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Yihudaan inni dabarsee isa kenne, Yesuusitti murteeffamuu isaa yommuu argu, gaabbee saantima meetii 30 sana dura buutota lubootaa fi maanguddootatti deebisuudhaan,+ 4 “Ani dhiiga nama qulqulluu dabarsee kennuudhaan cubbuu hojjedheera” jedhe. Isaanis, “Maaltu nu  galche ree? Dhimma mataa kee ti!”  jedhan. 5 Kanaafuu, inni saantima meetii sana mana qulqullummaa keessatti darbatee deeme. Achiis dhaqee of fannise.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi