-
Fakkeenya 5:8-10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Ishii irraa fagaadhu;
Gara balbala mana ishiitti hin dhihaatin.+
-
-
Luqaas 15:13, 14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Guyyoota muraasa booda, ilmi quxisuun sun wanta qabu hunda walitti qabatee gara biyya fagoo tokko dhaqe; achittis jireenya gadhiisii jiraachuudhaan qabeenya isaa bittinneesse. 14 Wanta qabu hunda yommuu fixus, guutummaa biyyattii keessatti beelli cimaan waan buʼeef rakkina irra buʼe.
-