-
1 Yohaannis 3:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Ergaan jalqabaa kaasee dhageessan wal jaallachuu akka qabnu kan ibsu dha;+ 12 akka Qaayin isa kan isa hamaa sanaa taʼee fi obboleessa isaa gara jabinaan ajjeese sanaa taʼuu hin qabnu.+ Inni obboleessa isaa kan ajjeese maaliifi? Hojiin isaa hamaa,+ kan obboleessa isaa immoo qajeelaa+ waan tureefi.
-