LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:8-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, ishiin maqaa Ahaabiin xalayaawwan barreessitee isaan irratti chaappaa Ahaab ni goote;+ achiis xalayaawwan sana gara jaarsolii+ fi guguddoota magaalaa Naabot keessa jiraatanitti ergite. 9 Xalayaawwan sana irrattis akkana jettee barreessite: “Sooma labsaa; Naabotis namoota hunda dura akka taaʼu godhaa. 10 Namoota gatii hin qabnee fi isa dura taaʼanii, ‘Ati Waaqayyoo fi mooticha arrabsiteetta!’+ jedhanii isa irratti ragaa baʼan lama qopheessaa.+ Achiis gad baasaatii dhagaadhaan tumaa isa ajjeesaa.”+

      11 Kanaafuu, namoonni magaalaa isaa, jaarsoliinii fi guguddoonni magaalaa isaa keessa jiraatan akkuma xalayaawwan Iizaabel isaaniif ergite irratti ibsame ni godhan.

  • Ermiyaas 38:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Bulchitoonni sunis mootichaan akkana jedhan: “Inni dubbii akkanaa isaanitti dubbachuudhaan hamilee* loltoota magaalaa kana keessatti hafanii, hamilee namoota hundumaas laaffisaa waan jiruuf, maaloo namichi kun akka ajjeefamu godhi.+ Sababiin isaas, namichi kun nagaa saba kanaa utuu hin taʼin badiisa isaanii barbaada.” 5 Zedeeqiyaan Mootichis, “Kunoo, inni harka keessan keessa jira; ani mootichi isin dhowwuuf homaa gochuu hin dandaʼu” jedhee deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi