LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 20:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaa abaaru kam iyyuu mamii tokko malee haa ajjeefamu.+ Inni abbaa isaa yookiin haadha isaa waan abaareef, dhiigni isaa mataa isaa irra ni taʼa.

  • Fakkeenya 19:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Namni abbaa isaa miidhuu fi haadha isaa ariʼu

      Ilma qaanii fi salphina namatti fidu dha.+

  • Maarqos 7:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Fakkeenyaaf Museen, ‘Abbaa kee fi haadha tee kabaji’+ akkasumas, ‘Namni abbaa isaa yookiin haadha isaatti wanta hamaa dubbatu* haa ajjeefamu’+ jedheera. 11 Isin garuu akkana jettu: ‘Namni tokko abbaa isaatiin yookiin haadha isaatiin, “Wanti ani qabuu fi ittiin si gargaaruu dandaʼu hundi qurbaana dha (kennaa Waaqayyoof adda baafame dha)” yoo jedhe,’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi