Faarfannaa 37:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 37 Namoota hamootti hin aarin* Yookiin warra jalʼina raawwatanitti hin hinaafin.+ Fakkeenya 23:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Garaan kee cubbamootatti hin hinaafin,+Kanaa mannaa guyyaa guutuu Yihowaa sodaadhu,+