LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 25:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kanaafuu, Abigaayil+ yeruma sana daabboo 200, daadhii wayinii hubboo guguddaa lama, hoolaa qalamee qopheeffame shan, akaayii safartuu siihii* shan, bixxillee zabiibii 100 fi bixxillee harbuu 200 fuutee hunduma isaa harroota irratti feete.+

  • Fakkeenya 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+

      Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+

  • 1 Ximotewos 2:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 dubartoota Waaqayyoof bulleerra jedhaniif akka taʼutti hojii gaariidhaan of haa miidhagsan.+

  • Ibroota 13:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kana malees, wanta gaarii gochuu fi waan qabdan warra kaaniif hiruu hin dagatinaa;+ Waaqayyo aarsaawwan akkasiitti baayʼee gammada.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi