-
1 Saamuʼel 26:8-10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo kanatti Abishaay Daawitiin, “Harʼa Waaqayyo diina kee harka keetti dabarsee kenneera.+ Maaloo, ani amma siʼuma tokkon eeboodhaan lafatti isa maxxansa; lammata irra deebiʼuunis na hin barbaachisu” jedhe. 9 Daawit garuu Abishaayiin, “Ati isa hin miidhin; ofii, namni isa Yihowaan dibe+ irratti harka isaa kaasee, yakka irraa walaba taʼuu dandaʼu jiraa?”+ jedhe. 10 Daawitis itti fufuudhaan akkana jedhe: “Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha, Yihowaan isa ajjeesa+ yookiin guyyaan isaa gaʼee duʼa+ yookiin gara dirree waraanaatti gad buʼee duʼa.+
-
-
Faarfannaa 37:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Nama mala haxxummaa isaa raawwachuu irratti
Milkaaʼina argatutti hin aarin.+
-