Keessa Deebii 16:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Waaqni kee Yihowaan oomisha kee hundumaa fi wanta gootu hundumaa waan eebbisuuf,+ bakka Yihowaan filatutti guyyaa torba Waaqa kee Yihowaadhaaf ayyaana ni kabajja;+ atis baayʼee ni gammadda.+ Hojii Ergamootaa 14:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+
15 Waaqni kee Yihowaan oomisha kee hundumaa fi wanta gootu hundumaa waan eebbisuuf,+ bakka Yihowaan filatutti guyyaa torba Waaqa kee Yihowaadhaaf ayyaana ni kabajja;+ atis baayʼee ni gammadda.+
17 taʼus wanta gaarii gochuudhaan, jechuunis samii irraa bokkaa roobsuudhaan, waqtiilee firii qaban isiniif kennuudhaan,+ akkasumas nyaata akka quuftanii fi garaan keessan gammachuudhaan akka guutamu gochuudhaan+ waaʼee ofii isaa dhugaa baʼeera.”+