LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Waaqni keessan Yihowaan waan isin eebbiseef, isinis taatan maatiin keessan achitti Waaqa keessan Yihowaa duratti ni nyaattu;+ hojii keessan hundumaattis ni gammaddu.+

  • Faarfannaa 104:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkasumas daadhiin wayinii garaa namaa gammachiisu,+

      Zayitiin fuula namaa ibsu,

      Nyaanni garaan nama duʼuu akka cimu godhu akka jiraatuufi.+

  • Lallaba 2:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Nyaachuu, dhuguu fi hojii isaa isa jabaatee hojjetetti gammachuu argachuu* caalaa wanti namaaf gaarii taʼe tokko illee hin jiru.+ Wanti kunis harka Waaqa dhugaa irraa kan argamu taʼuu isaa hubadheera;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi