- 
	                        
            
            Fakkeenya 24:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Namni ogeessi humna qabeessa dha,+
Namni tokko beekumsaan humna isaa ni guddifata.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lallaba 7:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Ogummaan, namni ogeessa taʼe tokko namoota ciccimoo magaalaa keessa jiran kudhan caalaa cimaa akka taʼu godha.+
 
 -