LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 3:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 sababiin isaas, wanti dhuma irratti namoota irra gaʼuu* fi horii irra gaʼu jira; wanti hunda isaanii irra gaʼu tokkuma.+ Akkuma inni tokko duʼu, inni kan biraanis ni duʼa; hundi isaanii hafuuruma+ tokko qabu. Wanti hundi gatii kan hin qabne waan taʼeef, namni horii irra caalmaa hin qabu. 20 Hundi isaanii gara bakka tokkoo dhaqu.+ Hundi isaanii biyyoo irraa argaman,+ hundi isaaniis gara biyyootti deebiʼu.+

  • Lallaba 9:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Qajeelonnii fi hamoonni,+ namoonni gaariin, namoonni qulqulluu taʼanii fi namoonni qulqulluu hin taane, akkasumas warri aarsaa dhiheessanii fi warri aarsaa hin dhiheessine hundi wanti dhuma irratti isaan irra gaʼu* tokko dha.+ Namni gaariinii fi namni cubbamaan tokko dha; namni kakaa kakatuu fi namni kakaa kakachuu irratti of eeggatus tokko dha. 3 Wanti aduu jalatti raawwatamuu fi nama dhiphisu kana dha: Wanti dhuma irratti hunduma isaanii irra gaʼu* tokko waan taʼeef,+ garaan namootaa wanta hamaadhaan kan guutame dha; bara jireenyaa isaaniitti maraatummaan garaa isaanii keessa jira; sana booda isaan ni duʼu!*

  • Lallaba 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Ani wanta kan biraas aduu jalatti nan arge; warri saffisan yeroo hundumaa dorgommii irratti hin moʼan, jajjaboonni yeroo hundumaa waraana irratti hin moʼan,+ ogeeyyiin yeroo hundumaa nyaata hin argatan, gamnoonni yeroo hundumaa qabeenya hin argatan,+ warri beekumsa qabanis yeroo hundumaa milkaaʼina hin argatan;+ sababiin isaas, yeroo fi wanti hin eegamne* hunduma isaanii irra ni gaʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi