LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 6:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Kanaafuu, ani isinitti nan hima, waaʼee jireenya* keessanii ‘Maal nyaanna?’ yookiin ‘Maal dhugna?’ yookiin waaʼee dhaqna keessanii ‘Maal uffanna?’+ jettanii yaaddaʼuu keessan dhiisaa.+ Jireenyi* nyaata irra, qaamnis uffata irra hin caaluu?+

  • Maatewos 6:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Kanaafuu, matumaa waaʼee boruutiif+ hin yaaddaʼinaa; sababiin isaas, guyyaan boruu yaaddoo mataa isaa qaba. Guyyaan hundi rakkina mataa isaa gaʼaa taʼe qaba.

  • Luqaas 12:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis akkana jedhe: ‘Kaʼeen akkana godha:+ Gootaraawwan koo diigeen gootaraawwan guguddaa ijaara; midhaan koo hundumaa fi miʼa koo hundumaas achitti nan naqadha; 19 achiis ofii* kootiin, “Ati,* wantoota gaggaarii hedduu waggaa baayʼeedhaaf si gaʼu qabda; egaa dhimma hin qabaatin, nyaadhu, dhugi, gammadis” nan jedha.’ 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi