13 Latiiwwan kee jannata romaanii
Isa firiiwwan filatamoo, biqiltuu hiinnaa fi biqiltuu naardosii,
14 Naardosii+ fi saafron, marga urgaaʼuu+ fi qarafaa,+
Mukeetii ixaana adii akaakuu hundumaa, qumbii fi argisa,+
Akkasumas urgooftuuwwan+ hunda caalaa baʼeessa taʼan hundumaa qabu dha.