Isaayyaas 46:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+Hamma harrii baastanittis isinan baadha. Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+ Miilkiyaas 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “Sababiin isaas, ani Yihowaa dha; ani hin jijjiiramu.*+ Isin ilmaan Yaaqoobi; isin amma iyyuu hin dhumne. Yaaqoob 1:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.
4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+Hamma harrii baastanittis isinan baadha. Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+
6 “Sababiin isaas, ani Yihowaa dha; ani hin jijjiiramu.*+ Isin ilmaan Yaaqoobi; isin amma iyyuu hin dhumne.
17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.