-
Keessa Deebii 7:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Atis wanta jibbisiisaa taʼee wajjin akka hin balleeffamneef, wanta jibbisiisaa taʼe akkamii iyyuu gara mana keetti hin galchin. Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu waan taʼeef, ati guutummaatti isa balfachuu fi guutummaatti isa jibbuu qabda.
-
-
Faarfannaa 115:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Waaqolii tolfamoon isaanii meetii fi warqii,
Warra hojii harka namaa taʼani dha.+
-
-
Faarfannaa 115:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoonni isaan tolchan,
Warri isaanitti amanaman hundis akkuma isaanii ni taʼu.+
-