Isaayyaas 56:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Waardiyyoonni isaa jaamota dha,+ tokkoon isaanii illee kana hin hubanne.+ Hundi isaanii saroota duudaa, dutuu hin dandeenye dha.+ Isaan harganaa jiru, ciisaa jiru, hirribas ni jaallatu. Ermiyaas 4:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Sabni koo gowwaa dha;+Isaan na hin beekan. Isaan ilmaan gowwoota taʼan warra hubannaa hin qabne dha. Wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qabu,*Akkamitti wanta gaarii akka hojjetan garuu hin beekan.” Hisqiʼel 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yaa ilma namaa, ati kan jiraattu finciltoota gidduu dha. Isaan finciltoota waan taʼaniif,+ ija qabu, garuu hin argan, gurra qabu, garuu hin dhagaʼan.+
10 Waardiyyoonni isaa jaamota dha,+ tokkoon isaanii illee kana hin hubanne.+ Hundi isaanii saroota duudaa, dutuu hin dandeenye dha.+ Isaan harganaa jiru, ciisaa jiru, hirribas ni jaallatu.
22 “Sabni koo gowwaa dha;+Isaan na hin beekan. Isaan ilmaan gowwoota taʼan warra hubannaa hin qabne dha. Wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qabu,*Akkamitti wanta gaarii akka hojjetan garuu hin beekan.”
2 “Yaa ilma namaa, ati kan jiraattu finciltoota gidduu dha. Isaan finciltoota waan taʼaniif,+ ija qabu, garuu hin argan, gurra qabu, garuu hin dhagaʼan.+