LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 6:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti, tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuuf yaalu;+

      Raajicha irraa hamma lubichaatti, tokkoon tokkoon isaanii gowwoomsaa raawwatu.+

      14 Isaan utuu nagaan hin jiraatin,

      ‘Nagaa dha! Nagaa dha!’ jechaa,+

      Caba saba kootii irruma keessa walʼaanuuf yaalii godhu.

  • Hisqiʼel 13:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Raajonni Israaʼel warri Yerusaalemiif raajii dubbatan, warri utuu nagaan hin jiraatin mulʼata nagaa ishiidhaaf argan+ badaniiru”’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi