-
Ermiyaas 2:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Luboonni, ‘Yihowaan eessa jira?’ jedhanii hin gaafanne.+
-
-
Ermiyaas 8:10-12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Kanaafuu, ani haadhotii manaa isaanii dhiirota kan birootiif,
Maasiiwwan isaaniis namoota kan birootiif nan kenna;+
Sababiin isaas, isa xinnaadhaa hamma isa guddaatti, tokkoon tokkoon isaanii buʼaa sirrii hin taane argachuuf yaalu;+
Raajicha irraa hamma lubichaatti, tokkoon tokkoon isaanii gowwoomsaa raawwatu.+
11 Isaan utuu nagaan hin jiraatin,
“Nagaa dha! Nagaa dha!” jechaa,+
Caba intala saba kootii irruma keessa walʼaanuuf yaalii godhu.
12 Wanta jibbisiisaa raawwataniif qaaniin isaanitti dhagaʼamaa?
Matumaa qaaniin isaanitti hin dhagaʼamu!
Isaan wanta saalfii jedhamu iyyuu hin beekan!+
Kanaafuu, isaan warra kufan gidduutti ni kukkufu.
Yommuun adaba isaanitti fidus ni gufatu’+ jedha Yihowaan.
-
-
Sefaaniyaa 3:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Raajonni ishii addaggee fi gantoota dha.+
-